Testo Siiyadee - Helen Berhe feat. Ali Birra
Testo della canzone Siiyadee (Helen Berhe feat. Ali Birra), tratta dall'album Siiyadee
Eyye dhugumaa dhugumaa waadaa cimaa qabnaa
Dhufee waliin taphanna
Sii yaadee shaggaa sii yaadeera jaalallee koo
Kiyyas yaanii suma bira halkanii guyyaa
Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo
Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa
Akkam jiraaree qe'een ollaaf firraa
Kan nuu guddisee biyyi gandi maraa
Yaanni kiyyaa suma biraa halkan guyyaa gannas birraa

Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee
Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu

Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa

Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf

Shaggooyee
Akkasii kaa
Ol fuudhi
Marimee
Mammari kaa
Shubbisii
Sii yaadee shaggaa sii yaadeera jaalallee koo
Kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyyaa
Akkam jirtaa nagayaaree bareedaa koo
Yaada kee malee an nagayaa shaggee tiyyaa
Harka wal qabnee kiyyaa keeti wal jennee
Gaaddissa kee qilxuut jaalala hirannee
Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee sii faanan jira
Hirriba koo na dhowweeraa fagaadhullee sii faanan jira
Akkuma kee anis akkuma kee akkumaa kee
Dhimmi kotii ta'ee ijaan arge ijaan arge
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa
Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
Nan dhufa birrisee ijaa kee ilaaluuf
Farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa
Jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadannaa
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu
Qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
Dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu
Credits
Writer(s): Ali Birra, Helen Berhe, Samuel Alemu
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Link
Disclaimer:
i testi sono forniti da Musixmatch.
Per richieste di variazioni o rimozioni è possibile contattare
direttamente Musixmatch nel caso tu sia
un artista o
un publisher.