Testo Rekeda - Eyob Mekonen
Testo della canzone Rekeda (Eyob Mekonen), tratta dall'album Ende Kal
Hin fagattin narra
Jalalalaa na jiraa
Jaalaltikee nattitaate gaarra
Mee lakli si fagaachu firaa
Sirraa naa qabdhee jaalalti
Yoo naa naatee maalsi fakkaatii
Sirra naa qabdhee jaalalti
Yoo naa naatee maalsi fakkaatii
Hin fagattin narra
Jalalalaa na jiraa
Jaalaltikee nattitaate gaarra
Mee lakli si fagaachu firaa
Sirraa naa qabdhee jaalalti
Yoo naa naatee maalsi fakkaatii
Sirra naa qabdhee jaalalti
Yoo naa naatee maalsi fakkaatii
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Yomiiyyoo sin jaallaa
Yaa intaloo haalalaa
Jaalaltikee jabdhuu hundarraaa
Koo garaa hinjabaatin mararraa
Sin dhaboon heddhuu naamitee
Jaalatitee ba'aa natti taatee
Sin dhaboon heddhuu naamitee
Jaalatitee ba'aa natti taatee
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Rakkadhee siwawaydhee
Attuu dhibdhe sii hinadhee
Lubbotiin jiraa
Yaadhan na jiraa
Dhisii ifiraa
Fagaachoof firaa
Lubbootiin jiraa
Yaadhaan na jiraa
Dhisii ifiraa
Fagaachoof firaa
Lubbootiin jiraa
Yaadhaan na jiraa
Dhisii ifiraa
Fagaachoof firaa
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Rakkadhee siwawaydhee
Attuu dhibdhe sii hinadhee
Lubbotiin jiraa
Yaadhan na jiraa
Dhisii ifiraa
Fagaachoof firaa
Lubbootiin jiraa
Yaadhaan na jiraa
Dhisii ifiraa
Fagaachoof firaa
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Yoom dhufte walgaraa
Jaalakoo adharaa
Narroraasiin garaa
Koona baasi dharraa
Credits
Writer(s): Eyob Mekonen, Samuel Alemu
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Link
Disclaimer:
i testi sono forniti da Musixmatch.
Per richieste di variazioni o rimozioni è possibile contattare
direttamente Musixmatch nel caso tu sia
un artista o
un publisher.